Ministirri muummee Dr. Abiyyi hiriira deeggarsaa hojiilee erga aangoo qabatanii hojjetaniif bahamaa jiru akka qabbaneessan lammiilee biyyattii gaafatan. Miidiyaan biyyattii mootummaa waliin hidhata ...
Waanti tibbana Itoophiyaatti ta'aa jiru biyyarra darbee gurraafi qalbii addunyaa seeneera. Jijjiiramni siyaasaa waamicha dhaaba kamiifuu taasisuurra darbee hojiin mullisuu Ministira Muummee Dr. Abiyyi ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results